Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Achumaanis mooticha duratti dhi'aatanii waa'ee ittisa isa biraa ba'e sanaaf,<<Yaa mootii, namni guyyaa soddoma kana keessatti gara kee duwwaatti malee, gara Waaqayyo tokkootti yookiis gara namaatti kadhata tokko illee dhi'eesse, boolla leencotaa keessa akka buufamuuf ittisa ba'etti milikkita gooteetta mitii?>> jedhan; mootichi immoo deebisee,<<Dubbichi akkuma seera Medoonii fi Faares isa hin kaafamne sanaa, jabaatee in dhaabata>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Kanaafuu isaan gara mootichaa dhaqanii, “Yaa mootii, ati akka namni guyyoota soddomman kana keessa si malee Waaqa yookaan nama tokko iyyuu kadhatu kam iyyuu boolla leencaatti darbatamu labsii hin baafnee?” jedhanii waaʼee labsii inni baase sanaa isa gaafatan. Mootichis, “Seerri sun seera akkuma seera Meedeetii fi Faares kan hin geeddaramnee dha” jedhee deebise.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ከናፉ እሳን ገረ ሞትቻ ዸቀኒ፣ “ያ ሞቲ፣ አት አከ ነምን ጉዮተ ሶዶመን ከነ ኬሰ ስ መሌ ዋቀ ዮካን ነመ ቶኮዩ ከዸቱ ከምዩ ቦለ ሌንጫት ደርበተሙ ለብሲ ህንባፍኔ?” ጄዸኒ ዋኤ ለብሲ እን ባሴ ሰና እሰ ጋፈተን። ሞትችስ፣ “ሴር ሱን ሴረ አኩመ ሴረ ሜዴቲፊ ፋሬስ ከን ህንጌደረምኔዸ” ጄዼ ዴብሴ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements