Daaniʼel 6:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Yeroo sanatti namoonni sun wal ga'anii dhufanii, Daani'el utuu kadhatuu Waaqayyo isaa biraas araara utuu gaafatuu argatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Namoonni kunneen gareedhaan dhaqanii Daaniʼelii kadhatuu fi Waaqa isaa gargaarsa gaafatuu argatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ነሞትን ኩኔን ገሬዻን ዸቀኒ ዳንኤሊ ከዸቱፊ ዋቀሳ ገርጋርሰ ጋፈቱ አርገተን። See the chapter |