Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Yommus Daani'el caaffatichatti milikkinni akka godhame beekee, gara mana isaatti, mana isaa keessaas gara kutaa isa mana irraatti, isa qaawwi isaa gara Yerusaalemitti gara galee banamee jirutti ol ba'e; akkuma dur guyyaatti si'a sadii gochaa tures Waaqayyo isaa dura jilbeenfatee in kadhate, galatas isaaf in galche*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Daaniʼelis yommuu akka labsiin sun baʼe beeketti kutaa mana isaa kan foddaan isaa gara Yerusaalemitti garagalutti ol baʼe. Innis akkuma yeroo kaan godhu guyyaatti yeroo sadii jilbeenfatee Waaqa isaa kadhate, galatas galcheef.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ዳንኤልስ ዮሙ አከ ለብሲን ሱን በኤ ቤኬት ኩታ መነሳ ከን ፎዳንሳ ገረ ዬሩሳሌምት ገረገሉት ኦል በኤ። እንስ አኩመ ዬሮ ካን ጎዹ ጉያት ዬሮ ሰዲ ጅልቤንፈቴ ዋቀሳ ከዸቴ፣ ገለተስ ገልቼፍ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements