Daaniʼel 5:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus beektonni mootichaa hundinuu ol lixan; garuu caaffaticha dubbisuu, hiikaa isaas mootichatti beeksisuu hin dandeenye*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ergasiis ogeeyyiin mootichaa hundi ol seenan; isaan keessaa garuu namni katabbii sana dubbisuu yookaan hiikkaa isaa mootichatti himuu dandaʼu tokko iyyuu hin argamne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኤርገሲስ ኦጌዪን ሞትቻ ሁንድ ኦል ሴነን፤ እሳን ኬሳ ገሩ ነምን ከተቢ ሰነ ዱብሱ ዮካን ሂካሳ ሞትቸት ህሙ ደንደኡ ቶኮዩ ህንአርገምኔ። See the chapter |