Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Kana irratti mootichi<<Beekaa>> warra jedhaman, Kaldoota keessaa warra dubbii dhokataa hiikuutti beekaman, warra urjii ilaalanii namaaf himanis akka ol galchaniif humnaan iyye; beektota Baabiloniinis,<<Nama caaffata kana dubbisee hiikaa isaa anatti himutti uffanni bildiimaan itti in uffifama; diraan warqees morma isaatti in kaa'ama; mootummaa koo keessattis iddoo isa sadaffaa qabatee in mo'a>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Mootichis sagalee isaa ol fuudhee akka mortoota, warra urjii ilaalanii fi ilaaltota ol isaaf galchan ajaje. Ogeeyyii Baabiloniinis akkana jedhe; “Nama katabbii kana dubbisee hiikkaa isaa natti himu kamitti iyyuu uffanni diimaan dhiilgeen uffifamee morma isaatti faayi warqee ni kaaʼamaaf; mootummaa koo keessattis bulchaa ol aanaa sadaffaa taʼa.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ሞትችስ ሰገሌሳ ኦል ፉዼ አከ ሞርቶተ፣ ወረ ኡርጂ እላለኒፊ እላልቶተ ኦል እሳፍ ገልቸን አጀጄ። ኦጌዪ ባብሎኒንስ አከነ ጄዼ፤ “ነመ ከተቢ ከነ ዱብሴ ሂካሳ ነት ህሙ ከምትዩ ኡፈትን ዲማን ዺልጌን ኡፍፈሜ ሞርመሳት ፋይ ወርቄ ንካአማፍ፤ ሞቱማኮ ኬሰትስ ቡልቻ ኦል ኣና ሰደፋ ተአ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements