Daaniʼel 5:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Si'uma sana qubni harka namaa as ba'ee, fuullee baattuu ibsaatiin keenyan mana mootii isa mucuceeffamee addeeffame sana irratti wanta tokko caafe; yommus mootichi dugda harka caafe sanaa in arge. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Akkuma tasaa qubni harka namaa mulʼatee keenyan manaa kan masaraa mootii keessa baattuu ibsaa bira jiru irratti barreesse. Mootichis harka sana utuu inni barreessuu arge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አኩመ ተሳ ቁብን ሀርከ ነማ ሙልአቴ ኬኘን መና ከን መሰራ ሞቲ ኬሰ ባቱ እብሳ ብረ ጅሩረት በሬሴ። ሞትችስ ሀርከ ሰነ ኡቱ እን በሬሱ አርጌ። See the chapter |