Daaniʼel 5:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yommus warri abboomaman qodaa warqee fi meetii warra Yerusaalem mana qulqullummaa isa kan Waaqayyoo keessaa baafaman sana in fidan; mootichi, gurguddoonni isaa, dubartoonni isaa, saajjatoonni isaas itti in dhugan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Kanaafuu isaan xoofoo warqee kan mana qulqullummaa Waaqaa kan Yerusaalemii fudhataman sana fidan; mootichi, qondaaltonni, niitonnii fi saajjatoowwan isaa ittiin dhugan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ከናፉ እሳን ጦፎ ወርቄ ከን መነ ቁልቁሉማ ዋቃ ከን ዬሩሳሌሚ ፉዸተመን ሰነ ፍደን፤ ሞትች፣ ቆንዳልቶትን፣ ኒቶትኒፊ ሳጀቶወንሳ እቲን ዹገን። See the chapter |