Daaniʼel 5:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Yommus Belshaazaar uffata bildiimaa Daani'elitti akka uffisan, dirata warqees morma isaatti akka kaa'an abboome; mootummicha keessattis iddoo isa sadaffaa qabatee mo'uu isaa akka labsan in godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Ergasii ajaja Beelshaazaariin Daaniʼelitti uffata diimaa dhiilgee uffisan; morma isaattis faaya warqee kaaʼaniif; mootummaa sana irrattis bulchaa ol aanaa sadaffaa taʼee muudame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ኤርገሲ አጀጀ ቤልሻዛሪን ዳንኤልት ኡፈተ ዲማ ዺልጌ ኡፍሰን፤ ሞርመ እሳትስ ፋየ ወርቄ ካአኒፍ፤ ሞቱማ ሰነረትስ ቡልቻ ኦል ኣና ሰደፋ ተኤ ሙደሜ። See the chapter |