Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 <<Feres>> jechuun <<Gargar cabe>> jechuu dha; kanaaf mootummaan kee gargar cabee, warra Medoonii fi Faaresiif kenname>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 “Faares jechuun mootummaan kee qoodamee namoota Meedeetii fi Faaresiitiif kenname jechuu dha.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 “ፋሬስ ጄቹን ሞቱማንኬ ቆደሜ ነሞተ ሜዴቲፊ ፋሬሲቲፍ ኬነሜ ጄቹዸ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:28

Follow us:

Advertisements


Advertisements