Daaniʼel 5:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Hiikaan dubbii kanaas,<<Mene, mene?, jechuun <<Lakkaa'e, lakkaa'e>> jechuu dha; kanaaf Waaqayyo bara mootummaa keetii lakkaa'ee, mootummaan kee akka dhumu godheera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Hiikkaan isaas kana: “Maanee jechuun Waaqni bara kee murteessee gara dhumaatti fide jechuu dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሂካንሳስ ከነ፦ “ማኔ ጄቹን ዋቅን በረኬ ሙርቴሴ ገረ ዹማት ፍዴ ጄቹዸ። See the chapter |