Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 ati gooftaa bantii waaqaa irratti kaatee ol of qabdee, qodaa mana Waaqayyoo keessaa baafaman siif in dhi'eessan; ati qodaa sanatti in dhugde, gurguddoonni kee, dubartoonni kee, saajjatoonni kees akka itti dhugan goote; ati waaqayyolii meetii irraa, warqee irraa, sibiila diimaa irraa, sibiila irraa, muka irraa, dhagaa irraas tolfaman, warra arguu, dhaga'uu, beekuus hin dandeenye jajatte malee, Waaqayyo isa lubbuun kee, adeemsi kee hundinuus harka galuuf ulfina hin kennine.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Qooda kanaa ati Gooftaa samii irratti mataa ol qabatte. Ati xoofoowwan mana qulqullummaa isaatii fichisiiftee atii fi qondaaltonni kee, niitonnii fi saajjatoowwan kee isaan keessaa dhugdan. Ati waaqota meetii, warqee, naasii, sibiilaa, mukaatii fi kan dhagaa kanneen arguu yookaan dhagaʼuu yookaan hubachuu hin dandeenye jajatte. Waaqa lubbuu keetii fi karaa kee hunda harka isaatti qabatee jiru garuu hin ulfeessine.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ቆደ ከና አት ጎፍታ ሰሚረት መታ ኦል ቀበቴ። አት ጦፎወን መነ ቁልቁሉማሳቲ ፍችሲፍቴ አቲፊ ቆንዳልቶትንኬ፣ ኒቶትኒፊ ሳጀቶወንኬ እሳን ኬሳ ዹግደን። አት ዋቆተ ሜቲ፣ ወርቄ፣ ናሲ፣ ስቢላ፣ ሙካቲፊ ከን ዸጋ ከኔን አርጉ ዮካን ዸገኡ ዮካን ሁበቹ ህንደንዴኜ ጀጀቴ። ዋቀ ሉቡኬቲፊ ከራኬ ሁንደ ሀርከሳት ቀበቴ ጅሩ ገሩ ህንኡልፌስኔ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:23

Follow us:

Advertisements


Advertisements