Daaniʼel 5:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 inni namoota gidduudhaa in baafame, sammuun isaa akka sammuu bineensaa in ta'e, iddoon jireenya isaas harroota diidaa wajjin in ta'e, akkuma sangaa marga in nyaate, dhagni isaa fixeensa waaqaraatiin in tortore; Waaqayyo inni hundumaa gara irraa jiru mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateef akka isa kennus hamma inni beekutti wanti kun isa irra ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Inni uummata keessaa ariʼamee qalbiin horii kennameef; harroota diidaa wajjin jiraatee akka loonii marga nyaate; inni hamma akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti bulchaa taʼee fi akka inni abbaa fedhe isaan irratti muudu beekutti dhagni isaa fixeensa samiitiin jiidhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እን ኡመተ ኬሳ አርአሜ ቀልቢን ሆሪ ኬነሜፍ፤ ሀሮተ ዲዳ ወጅን ጅራቴ አከ ሎኒ መርገ ኛቴ፤ እን ሀመ አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ቡልቻ ተኤፊ አከ እን አባ ፌዼ እሳንረት ሙዱ ቤኩት ዸግንሳ ፍጤንሰ ሰሚቲን ጂዼ። See the chapter |