Daaniʼel 5:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Belshaazaar daadhicha waynii dhugee erga itti ho'ee, qodaa warqee fi meetii isa abbaan isaa Nebukadnezaar mana qulqullummaa Yerusaalem keessaa baasee ture akka fidaniif in abboome; kunis mootichi ofii isaa, gurguddoonni isaa, dubartoonni isaa, saajjatoonni isaas qodaa sanatti akka dhuganiif ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Beelshaazaaris utuu daadhii wayinii dhugaa jiruu akka innii fi qondaaltonni isaa, niitonnii fi saajjatoowwan isaa ittiin dhuganiif akka isaan xoofoo warqeetii fi meetii kan abbaan isaa Nebukadnezar mana qulqullummaa Yerusaalemii fide sana fidan ajaje. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ቤልሻዛርስ ኡቱ ዳዺ ወይኒ ዹጋ ጅሩ አከ እኒፊ ቆንዳልቶትንሳ፣ ኒቶትኒፊ ሳጀቶወንሳ እቲን ዹገኒፍ አከ እሳን ጦፎ ወርቄቲፊ ሜቲ ከን አባንሳ ኔቡከድኔዘር መነ ቁልቁሉማ ዬሩሳሌሚ ፍዴ ሰነ ፍደን አጀጄ። See the chapter |