Daaniʼel 5:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Yommus Daani'el deebisee mootichuma duratti,<<Kennaan kee siif haa hafu, gonfaa kees kan biraatiif kenni! Caaffaticha garuu si mootichaaf nan dubbisa, hiikaa isaas sitti nan beeksisa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Kana irratti Daaniʼel deebisee mootichaan akkana jedhe; “Kennaan kee sumaaf haa hafu; badhaasni kee immoo nama biraatiif haa kennamu. Taʼu iyyuu ani katabbicha dubbisee hiikkaa isaa mootichatti nan hima. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ከነረት ዳንኤል ዴብሴ ሞትቻን አከነ ጄዼ፤ “ኬናንኬ ሱማፍ ሃሀፉ፤ በዻስንኬሞ ነመ ብራቲፍ ሃኬነሙ። ተኡዩ አን ከተብቸ ዱብሴ ሂካሳ ሞትቸት ነንህመ። See the chapter |