Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Ati garuu hiikaa kennuu, wanta nama rakkisus hiikuu akka dandeessu ani dhaga'eera; amma caaffaticha dubbisuu hiikaa isaas anatti beeksisuu yoo dandeesse, uffanni bildiimaan sitti in uffifama, diranni warqees morma keetti in kaa'ama, mootummaa koo keessatti immoo iddoo isa sadaffaa qabattee in moota>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Ani akka ati hiikkaa kennitee rakkoofis fala kennuu dandeessu dhagaʼeera. Yoo ati katabbii kana dubbiftee hiikkaa isaa natti himuu dandeesse, uffata diimaa dhiilgeetu sitti uffifama; faayi warqees morma keetti siif kaaʼama; mootummaa koo keessattis bulchaa ol aanaa sadaffaa taata.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 አን አከ አት ሂካ ኬንቴ ረኮፍስ ፈለ ኬኑ ደንዴሱ ዸገኤረ። ዮ አት ከተቢ ከነ ዱብፍቴ ሂካሳ ነት ህሙ ደንዴሴ፣ ኡፈተ ዲማ ዺልጌቱ ስት ኡፍፈመ፤ ፋይ ወርቄስ ሞርመኬት ሲፍ ካአመ፤ ሞቱማኮ ኬሰትስ ቡልቻ ኦል ኣና ሰደፋ ታተ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements