Daaniʼel 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ammas beektonni,<<Beekaa>> warri jedhamanis caaffata kana dubbisanii hiikaa isaa akka anatti beeksisaniif fuula koo duratti ol galfamanii turan; garuu hiikaa dubbichaa anatti himuu hin dandeenye. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ogeeyyiinii fi mortoonni akka katabbii kana dubbisanii hiikkaa isaa natti himaniif fuula koo duratti fidamanii turan; isaan garuu ibsuu hin dandeenye. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኦጌዪኒፊ ሞርቶትን አከ ከተቢ ከነ ዱብሰኒ ሂካሳ ነት ህመኒፍ ፉለኮ ዱረት ፍደመኒ ቱረን፤ እሳን ገሩ እብሱ ህንደንዴኜ። See the chapter |