Daaniʼel 5:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Hafuurri waaqayyolii qulqullootaa si keessa akka jiru, wanta sitti ibsu, hubannaa, ogummaa isa hundumaa irra caalus akka ati qabdu dhaga'eera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani akka hafuurri waaqotaa si keessa jiruu fi akka ati hubannaa, beekumsaa fi ogummaa addaa qabdu dhagaʼeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን አከ ሀፉር ዋቆታ ስ ኬሰ ጅሩፊ አከ አት ሁበትና፣ ቤኩምሳፊ ኦጉማ አዳ ቀብዱ ዸገኤረ። See the chapter |