Daaniʼel 5:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kana irratti Daani'elin mooticha duratti in dhi'eessan; mootichi immoo Daani'eliin,<<Yaa Daani'el, ati edaa warra Yihudaa warra abbaan koo mootichi biyya Yihudaatii booji'ee as fide keessaa tokko! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu Daaniʼel fuula mootichaa duratti dhiʼeeffame; mootichis akkana jedheen; “Warra abbaan koo mootichi boojiʼee Yihuudaadhaa fide keessaa kan Daaniʼel jedhamu siʼii? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ ዳንኤል ፉለ ሞትቻ ዱረት ዽኤፈሜ፤ ሞትችስ አከነ ጄዼን፤ “ወረ አባንኮ ሞትች ቦጅኤ ይሁዳዻ ፍዴ ኬሳ ከን ዳንኤል ጄዸሙ ስኢ? See the chapter |