Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Maqaan namicha kanaa Daani'el ture, mootichi garuu<<Belxishaazaar>> jedhamee akka waamamu godhe; namichi abjuu hiikuuf, dubbii isa dhokataa mul'isuuf, wanta nama rakkisus hiikuudhaaf hafuura isa hundumaa irra caalu, beekumsa, hubannaas qaba; Daani'el kun kana dubbisee hiikaa isaa himuu waan danda'uuf, inni haa waamamu!>> jette*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Daaniʼel namichi mootichi Beelxishaazaari jedhee waamu kun nama hafuurri gaariin, beekumsii fi hubannaan keessa jiru taʼee argame; innis abjuu, hibboo fi rakkoo hiikuuf dandeettii addaa qaba ture. Daaniʼelin waami; innis hiikkaa katabbii kanaa sitti himaatii.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ዳንኤል ነምች ሞትች ቤልጥሻዛር ጄዼ ዋሙ ኩን ነመ ሀፉር ጋሪን፣ ቤኩምሲፊ ሁበትናን ኬሰ ጅሩ ተኤ አርገሜ፤ እንስ አብጁ፣ ህቦፊ ረኮ ሂኩፍ ደንዴቲ አዳ ቀበ ቱሬ። ዳንኤልን ዋም፤ እንስ ሂካ ከተቢ ከና ስት ህማቲ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements