Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 5:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Namni hafuurri waaqayyolii qulqullootaa keessa jiru tokko mootummaa kee keessa jira; bara abbaa kee keessa wanti isatti ibsu, hubannaan, ogummaan inni akka ogummaa waaqayyoliis isa keessa ture; abbaan kee Nebukadnezaar mootichis warra ayyaana hedan,<<Beekaa>> warra jedhaman, Kaldoota keessaa warra dubbii dhokataa hiikuutti beekaman, warra urjii ilaalanii namaaf himan gara irraa isa kaa'e; kanas kan godhe abbaadhuma kee ti, yaa mootii*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Mootummaa kee keessa namichi hafuurri waaqota qulqullootaa keessa jiru tokko jira. Namichi kun bara abbaa keetii keessa nama hubannaa, beekumsaa fi ogummaa akkuma waaqotaa qabu taʼee argame. Abbaan kee Nebukadnezar Mootichi, itti gaafatamaa tolchitootaa, mortootaa, kan warra urjii ilaalaniitii fi ilaaltotaa godhee isa muudee ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ሞቱማኬ ኬሰ ነምች ሀፉር ዋቆተ ቁልቁሎታ ኬሰ ጅሩ ቶኮ ጅረ። ነምች ኩን በረ አባኬቲ ኬሰ ነመ ሁበትና፣ ቤኩምሳፊ ኦጉማ አኩመ ዋቆታ ቀቡ ተኤ አርገሜ። አባንኬ ኔቡከድኔዘር ሞትች፣ እት ጋፈተማ ቶልችቶታ፣ ሞርቶታ፣ ከን ወረ ኡርጂ እላለኒቲፊ እላልቶታ ጎዼ እሰ ሙዴ ቱሬ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 5:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements