Daaniʼel 5:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Belshaazaar mootichi gurguddoota biyyaa kuma tokkoof nyaachisa guddaa godhe; inni warra kuma sana dura taa'ee daadhii waynii in dhuga ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Beelshaazaar mootichi qondaaltota isaa kuma tokkoof dhangaa guddaa qopheessee fuula isaanii duratti daadhii wayinii dhuge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ቤልሻዛር ሞትች ቆንዳልቶተሳ ኩመ ቶኮፍ ዸንጋ ጉዳ ቆጴሴ ፉለሳኒ ዱረት ዳዺ ወይኒ ዹጌ። See the chapter |