Daaniʼel 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Isaan booddeedhaan Daani'el inni waaqayyolii koo keessaa akka isa tokkootti<<Belxishaazaar>> jedhamee moggaafame ol galee na dura dhaabate; isa keessa immoo hafuura waaqayyolii qulqullootaatu jira; kanaaf ani abjuu koo isatti nan hime, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Dhuma irratti Daaniʼel fuula duratti dhiʼaate; anis abjuu sana isatti nan hime. Inni Beelxishaazaari jedhamee maqaa waaqa kootiin waamama; hafuurri waaqota qulqulluu isa keessa ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዹመረት ዳንኤል ፉለ ዱረት ዽኣቴ፤ አንስ አብጁ ሰነ እሰት ነንህሜ። እን ቤልጥሻዛር ጄዸሜ መቃ ዋቀኮቲን ዋመመ፤ ሀፉር ዋቆተ ቁልቁሉ እሰ ኬሰ ቱሬ። See the chapter |