Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Yommus warri ayyaana hedan,<<Beekaa>> warri jedhaman, Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman, warri urjii ilaalanii namaaf himanis gara kootti ol galan; ani abjuu koo isaanitti nan hime, isaan garuu hiikaa isaa anatti beeksisuu hin dandeenye*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Yommuu tolchitoonni, mortoonni, warri urjii ilaalanii fi waa himtoonni dhufanitti abjuu sana isaanitti nan hime; isaan garuu naaf hiikuu hin dandeenye.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ዮሙ ቶልችቶትን፣ ሞርቶትን፣ ወር ኡርጂ እላለኒፊ ዋ ህምቶትን ዹፈንት አብጁ ሰነ እሳንት ነንህሜ፤ እሳን ገሩ ናፍ ሂኩ ህንደንዴኜ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements