Daaniʼel 4:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ani abjuu na sodaachise tokko nan arge; siree irra ciisee utuun jiruus wanti yaada kootti fakkaate, mul'anni mataa koo keessa tures na wareerse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani abjuu na sodaachise tokko nan arge. Utuu ani siree koo irra ciisee jiruu fakkii fi mulʼanni qalbii koo keessa darbu na sodaachise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን አብጁ ነ ሶዳችሴ ቶኮ ነንአርጌ። ኡቱ አን ስሬኮረ ጪሴ ጅሩ ፈኪፊ ሙልአትን ቀልቢኮ ኬሰ ደርቡ ነ ሶዳችሴ። See the chapter |