Daaniʼel 4:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Ammas hojiin isaa hundinuu dhugaadhaan, karaan isaas qajeelaa waan ta'eef, warra adeemii isaaniitiin of gurguddisan immoo gad deebisuu waan danda'uuf, ani Nebukadnezaar mootii isa waaqa irraa nan jajadha, ulfinaa fi guddinas nan kennaaf!>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Sababii wanni inni hojjetu hundi dhugaa, karaan isaa hundinuus qajeelaa taʼeef ani Nebukadnezar, Mooticha samii sana nan jajadha; isa nan leellisa; ulfinas nan kennaaf. Inni warra of tuulan gad deebisuu dandaʼaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 ሰበቢ ወን እን ሆጄቱ ሁንድ ዹጋ፣ ከራንሳ ሁንድኑስ ቀጄላ ተኤፍ አን ኔቡከድኔዘር፣ ሞትቸ ሰሚ ሰነ ነንጀጀዸ፤ እሰ ነንሌልሰ፤ ኡልፍነስ ነንኬናፍ። እን ወረ ኦፍ ቱለን ገድ ዴብሱ ደንደኣቲ። See the chapter |