Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

36 <<Yeroo sanatti qalbiin koo anaaf deebi'ee, ulfina mootummaa kootiifis surraan koo fi simboon koo anaaf in deebi'e; warri ana mariisisanii fi gurguddoonni koo dhimmaaf na barbaadan; ani deebi'ee mootummaa koo irra nan dhaabadhe, guddinni isa durii caalus anaaf in dabalame.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

36 Akkuma qalbiin koo naaf deebiʼeenis, ulfina mootummaa kootiitiif ulfinnii fi miidhaginni koo yommusuma naaf deebiʼan. Gorsitoonnii fi qondaaltonni koo na barbaadan; anis teessoo kootti deebifamee kan durii caalaas guddaa nan taʼe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

36 አኩመ ቀልቢንኮ ናፍ ዴብኤንስ፣ ኡልፍነ ሞቱማኮቲቲፍ ኡልፍኒፊ ሚዸግንኮ ዮሙሱመ ናፍ ዴብአን። ጎርስቶትኒፊ ቆንዳልቶትንኮ ነ በርባደን፤ አንስ ቴሶኮት ዴብፈሜ ከን ዱሪ ጫላስ ጉዳ ነንተኤ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:36

Follow us:

Advertisements


Advertisements