Daaniʼel 4:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Warri lafa irra jiraatan hundinuu waan tokkotti hin lakkaa'aman; inni macca bantii waaqaa keessatti, warra lafa irra jiraatan gidduuttis akkuma jaalala isaatti in hojjeta; harka isaa hojjechuu irraa kan ittisu, waan inni hojjetu kan gaafatus tokko illee hin jiru*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Uummanni lafaa hundi wayittuu hin hedaman. Inni humnoota samii irratti, namoota lafaa irrattis, waanuma fedhe hojjeta. Namni harka isaa dhowwuu yookaan “Ati maal hojjechaa jirta?” jedhee isa gaafachuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ኡመትን ለፋ ሁንድ ወይቱ ህንሄደመን። እን ሁምኖተ ሰሚረት፣ ነሞተ ለፋረትስ፣ ዋኑመ ፌዼ ሆጄተ። ነምን ሀርከሳ ዾዉ ዮካን “አት ማል ሆጄቻ ጅርተ?” ጄዼ እሰ ጋፈቹ ደንደኡ ቶኮዩ ህንጅሩ። See the chapter |