Daaniʼel 4:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Yommusuma dubbichi Nebukadnezaar irratti in raawwatame; inni namoota gidduudhaa in baafame, akka sangaas marga in nyaate, hamma rifeensi isaa akka baallee joobiraa dhedheeratutti, qeensi isaas akka qeensa allaattii hamma ta'utti, dhagni isaa fixeensa waaqaraatiin tortoree ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Yommusuma wanni waaʼee Nebukadnezar dubbatame sun ni raawwatame. Innis uummata keessaa ariʼamee akka loonii marga nyaate. Inni hamma rifeensi isaa akka baallee risaa guddatee qeensi isaa akka qeensa allaattii fakkaatutti dhagni isaa fixeensa samiitiin jiidhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ዮሙሱመ ወን ዋኤ ኔቡከድኔዘር ዱበተሜ ሱን ንራወተሜ። እንስ ኡመተ ኬሳ አርአሜ አከ ሎኒ መርገ ኛቴ። እን ሀመ ርፌንስሳ አከ ባሌ ርሳ ጉደቴ ቄንስሳ አከ ቄንሰ አላቲ ፈካቱት ዸግንሳ ፍጤንሰ ሰሚቲን ጂዼ። See the chapter |