Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

32 ati namoota gidduudhaa in baafamta, iddoon jireenya kees bineensota bakkee wajjin in ta'a, akka sangaas marga in nyaatta, inni hundumaa gara irraa jiru sun mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateef akka isa kennus hamma beektutti, barri torba si irratti in darba!>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

32 Ati uummata keessaa ariʼamtee bineensota bosonaa wajjin jiraatta. Akka looniis marga nyaatta. Hamma ati akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti Gooftaa taʼee fi akka inni mootummoota sana abbaa fedheef kennu beektutti waggaan torba si darba.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

32 አት ኡመተ ኬሳ አርአምቴ ብኔንሶተ ቦሶና ወጅን ጅራተ። አከ ሎኒስ መርገ ኛተ። ሀመ አት አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ጎፍታ ተኤፊ አከ እን ሞቱሞተ ሰነ አባ ፌዼፍ ኬኑ ቤክቱት ወጋን ቶርበ ስ ደርበ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:32

Follow us:

Advertisements


Advertisements