Daaniʼel 4:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Utuma dubbichi afaan mootichaa keessaa hin dhumin, sagaleen tokko karaa waaqa keessaa gad itti dhufee,<<Dubbiin kun sitti in dubbatama, yaa Nebukadnezaar mootii, amma mootummaan si harkaa fudhatameera*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Utuu inni dubbii isaa afaanii hin fixatin sagaleen akkana jedhu tokko samiidhaa dhufe; “Yaa Nebukadnezar Mooticha, wanni sirratti labsame kana: Aangoon mootummaa keetii sirraa fudhatameera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ኡቱ እን ዱቢሳ አፋኒ ህንፍጠን ሰገሌን አከነ ጄዹ ቶኮ ሰሚዻ ዹፌ፤ “ያ ኔቡከድኔዘር ሞትቸ፣ ወን ስረት ለብሰሜ ከነ፦ ኣንጎን ሞቱማኬቲ ስራ ፉዸተሜረ። See the chapter |