Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 milikkitoonni isaa attam gurguddaa dhaa, dinqiiwwan isaas maal maal aango-qabeeyyii dhaa! mootummaan isaa mootummaa bara baraa ti, inni dhalootaa hamma dhalootaatti darbee in mo'a*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Mallattoowwan isaa akkam gurguddaa dha; dinqiin isaas akkam jabaa dha! Mootummaan isaa mootummaa bara baraa ti; bulchiinsi isaas dhalootaa hamma dhalootaatti jabaatee dhaabata.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 መለቶወንሳ አከም ጉርጉዳዸ፤ ድንቂንሳስ አከም ጀባዸ! ሞቱማንሳ ሞቱማ በረ በራት፤ ቡልቺንስሳስ ዸሎታ ሀመ ዸሎታት ጀባቴ ዻበተ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements