Daaniʼel 4:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 <<Akkuma gufuun hidda mukichaa lafa keessatti akka hafu abboomame immoo, inni bantii waaqaa keessa jiraatu si irratti akka mo'u yeroo bartuu jalqabee mootummaan kee siif deebi'ee akka dhaabatu hubatamaa dha. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Ajajni akka gufuun muka sanaa hidda isaa wajjin hafuuf kenname sunis akka mootummaan kee yeroo ati ol aantummaan kan samii taʼe beektutti siif deebifamu argisiisa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 አጀጅን አከ ጉፉን ሙከ ሰና ህደሳ ወጅን ሀፉፍ ኬነሜ ሱንስ አከ ሞቱማንኬ ዬሮ አት ኦል ኣንቱማን ከን ሰሚ ተኤ ቤክቱት ሲፍ ዴብፈሙ አርግሲሰ። See the chapter |