Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 ati namoota gidduudhaa in baafamta, iddoon jireenya kees bineensota bakkee wajjin in ta'a, akka sangaas marga in nyaatta, fixeensa waaqaraatiin in tortorfamta; inni hundumaa gara irraa jiru sun mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateef akka isa kennus hamma beektutti, barri torba si irratti in darba.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Ati saba keessaa ariʼamtee bineensota bosonaa wajjin jiraatta; akka loonii marga nyaatta; fixeensa samiitiinis ni jiita. Ati hamma akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti bulchaa taʼee fi akka inni mootummoota kanas abbaa barbaadeef kennuu dandaʼu beektutti waggaan torba si darba.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 አት ሰበ ኬሳ አርአምቴ ብኔንሶተ ቦሶና ወጅን ጅራተ፤ አከ ሎኒ መርገ ኛተ፤ ፍጤንሰ ሰሚቲንስ ንጂተ። አት ሀመ አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ቡልቻ ተኤፊ አከ እን ሞቱሞተ ከነስ አባ በርባዴፍ ኬኑ ደንደኡ ቤክቱት ወጋን ቶርበ ስ ደርበ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements