Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 yaa mootii, kun abboommii isa hundumaa gara irraa jiru biraa si gooftaa koo mooticha irratti darbee dha; hiikaan isaas,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 “Yaa Mootii hiikkaan isaa kana; labsiin Waaqni Waan Hundaa Olii gooftaa koo irratti baases kana:

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 “ያ ሞቲ ሂካንሳ ከነ፤ ለብሲን ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ጎፍታኮረት ባሴስ ከነ፦

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:24

Follow us:

Advertisements


Advertisements