Daaniʼel 4:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 <<Akkasumas ati mootiin, ergamaa qulqullaa'aa dammaqee eegu tokko bantii waaqaa keessaa utuu gad bu'uu argiteetta; inni immoo,<<Mukicha muraa balleessaas! Gufuu hidda isaa garuu hidhaa sibiilaa fi sibiila diimaatiin marga bakkee warra lallaafaa keessatti hidhaatii lafa keessatti hambisaa! Fixeensa waaqaraatiin haa tortoru, barri torba isa irratti hamma darbuttis ga'aan isaa bineensota bakkee wajjin haa ta'u!>> jedheera; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “Yaa Mootii, ati ergamaa qulqulluu tokko utuu inni, ‘Mukicha muraa balleessaa; gufuu fi hidda isaa garuu sibiilaa fi naasiidhaan hidhaatii lafa keessatti marga dirree irratti dhiisaa; inni fixeensa samiitiin haa jiidhu; akka bineensota bosonaatti haa jiraatu; waggaan torbas isa haa darbu’ jechaa samiidhaa buʼu argite. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “ያ ሞቲ፣ አት ኤርገማ ቁልቁሉ ቶኮ ኡቱ እን፣ ‘ሙክቸ ሙራ በሌሳ፤ ጉፉፊ ህደሳ ገሩ ስቢላፊ ናሲዻን ህዻቲ ለፈ ኬሰት መርገ ድሬረት ዺሳ፤ እን ፍጤንሰ ሰሚቲን ሃጂዹ፤ አከ ብኔንሶተ ቦሶናት ሃጅራቱ፤ ወጋን ቶርበስ እሰ ሃደርቡ’ ጄቻ ሰሚዻ ቡኡ አርግቴ። See the chapter |