Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 dubbii cite kana eegdota warra ergamantu abboome, murtoo kanas warra qulqulloota sanatu dubbate; kanaan inni hundumaa gara irraa jiru mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateefis akka isa kennu, namoota hundumaa keessaa isa gad deebi'aas isa irra akka inni kaa'u, warri jiraatan hundinuu haa beekan!>> jedhee anatti dubbate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 “ ‘Akka namni lubbuun jiraatu hundinuu akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti bulchaa taʼee fi akka inni abbaa barbaadeef isaan kennee nama namoota hundaa gad taʼe isaanitti muudu beekaniif ergatamtoonni murtii labsanii qulqulloonni murtoo lallaban.’

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 “ ‘አከ ነምን ሉቡን ጅራቱ ሁንድኑ አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ቡልቻ ተኤፊ አከ እን አባ በርባዴፍ እሳን ኬኔ ነመ ነሞተ ሁንዳ ገድ ተኤ እሳንት ሙዱ ቤከኒፍ ኤርገተምቶትን ሙርቲ ለብሰኒ ቁልቁሎትን ሙርቶ ለለበን።’

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements