Daaniʼel 4:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Gufuu hidda isaa garuu, hidhaa sibiilaa fi sibiila diimaatiin marga bakkee warra lallaafaa keessatti hidhaatii lafa keessatti hambisaa! Fixeensa waaqaraatiin haa tortoru, ga'aan isaas marga lafaa keessatti bineensotaa wajjin haa ta'u! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Gufuu fi hiddi isaa garuu sibiilaa fi naasiidhaan hidhamee lafa keessa, marga dirree keessa haa turu. “ ‘Inni fixeensa samiitiin haa jiidhu; biqiltuu keessas bineensota wajjin haa jiraatu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጉፉፊ ህድሳ ገሩ ስቢላፊ ናሲዻን ህዸሜ ለፈ ኬሰ፣ መርገ ድሬ ኬሰ ሃቱሩ። “ ‘እን ፍጤንሰ ሰሚቲን ሃጂዹ፤ ብቅልቱ ኬሰስ ብኔንሶተ ወጅን ሃጅራቱ። See the chapter |