Daaniʼel 4:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 innis sagalee guddaadhaan iyyee,<<Mukicha muraa, damoota isaas irraa kukkutaa, baala isaa irraa duguugaa, ija isaas bittimsaa! Bineensonni isa jalaa, simbirroonni damoota isaa irraas haa baqatan! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis sagalee guddaadhaan akkana jedhe: ‘Mukicha muraa; dameewwan isaa cicciraa; baala isaa harcaasaa; ija isaa bittinneessaa. Bineensonni isa jalaa, simbirroonnis dameewwan isaa irraa haa baqatani. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ ሰገሌ ጉዳዻን አከነ ጄዼ፦ ‘ሙክቸ ሙራ፤ ደሜወንሳ ጭጭራ፤ ባለሳ ሀርጫሳ፤ እጀሳ ብትኔሳ። ብኔንሶትን እሰ ጀላ፣ ስምብሮትንስ ደሜወንሳራ ሃበቀተን። See the chapter |