Daaniʼel 4:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 <<Utuun siree koo irra ciisee jiruu, mul'ata mataa koo keessa dhufe keessatti kunoo, ergamaan qulqullaa'aan dammaqee eegu tokko bantii waaqaa keessaa gad utuu bu'uu nan arge; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Ani mulʼata utuun siree koo irra ciisee jiruu arge sana keessatti nan ilaale; fuula koo duras ergamaa qulqulluu samiidhaa gad buʼaa jiru tokkotu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “አን ሙልአተ ኡቱን ስሬኮረ ጪሴ ጅሩ አርጌ ሰነ ኬሰት ነንእላሌ፤ ፉለኮ ዱረስ ኤርገማ ቁልቁሉ ሰሚዻ ገድ ቡኣ ጅሩ ቶኮቱ ቱሬ። See the chapter |