Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Baalli isaa nama in marara, iji isaas in baay'ata, hundumaaf soora kan ta'us isatti jira; bineensonni bakkee, isa jalatti gaaddisa in argatu; simbirroonni qilleensa keessa balali'anis damoota isaa irra in buufatu, foon kan uffate hundinuus isa irraa in soorama*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Baalli isaa bareedaa, iji isaa akka malee baayʼee ture; mukicha irras nyaata waan hundaaf taʼutu ture. Bineensonni gaaddisa isaa jala boqotu; simbirroon samiis dameellee isaa irra jiraatu; lubbuu qabeeyyiin hundinuus isa irraa nyaatu ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ባልሳ በሬዳ፣ እጅሳ አከ መሌ ባይኤ ቱሬ፤ ሙክቸረስ ኛተ ዋን ሁንዳፍ ተኡቱ ቱሬ። ብኔንሶትን ጋድሰሳ ጀለ ቦቆቱ፤ ስምብሮትን ሰሚስ ደሜሌሳረ ጅራቱ፤ ሉቡ ቀቤዪን ሁንድኑስ እሰራ ኛቱ ቱሬ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements