Daaniʼel 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 mukichi immoo fiixeen isaa bantii waaqaa bira hamma ga'utti in guddate, in jabaate, andaara lafaa hundumaattis in mul'ate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Mukni sun akka malee guddatee jabaate; fiixeen isaas samii tuqe; hamma daarii lafaattis ni mulʼata ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሙክን ሱን አከ መሌ ጉደቴ ጀባቴ፤ ፊጤንሳስ ሰሚ ቱቄ፤ ሀመ ዳሪ ለፋትስ ንሙልአተ ቱሬ። See the chapter |