Daaniʼel 3:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kana irratti jarri hundinuu sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, sagalee mi'a garaa garaas akkuma dhaga'aniin, namoonni saba garaa garaa fi gosa garaa garaa keessaa dhufanii, afaan garaa garaa dubbatan bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame Nebukadnezaar mootichi dhaabeef gombifamanii sagadan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaafuu namoonni, saboonnii fi namoonni afaan garaa garaa dubbatan hundi yommuu sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa fi sirbaa hunda dhagaʼanitti addaan lafatti gombifamanii fakkii warqee kan Nebukadnezar Mootichi dhaabe sanaaf sagadan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፉ ነሞትን፣ ሰቦትኒፊ ነሞትን አፋን ገራ ገራ ዱበተን ሁንድ ዮሙ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገናፊ ስርባ ሁንደ ዸገአንት አዳን ለፈት ጎምብፈመኒ ፈኪ ወርቄ ከን ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤ ሰናፍ ሰገደን። See the chapter |