Daaniʼel 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Namni gombifamee hin saganne si'uma sana iddoo ibiddi itti bobba'u keessatti in darbatama>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Namni addaan lafatti gombifamee hin sagadne kam iyyuu yoosuma boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatama.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ነምን አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ህንሰገድኔ ከምዩ ዮሱመ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተመ።” See the chapter |