Daaniʼel 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, ulullee, sagalee mi'a garaa garaas yeroo dhageessan bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame Nebukadnezaar mootichi dhaabeef gombifamaatii sagadaa! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin akkuma sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa, kan faaggaatii fi sirbaa dhageessaniin addaan lafatti gombifamtanii fakkii warqee kan Nebukadnezar Mootichi dhaabeef sagaduu qabdu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን አኩመ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገና፣ ከን ፋጋቲፊ ስርባ ዸጌሰኒን አዳን ለፈት ጎምብፈምተኒ ፈኪ ወርቄ ከን ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤፍ ሰገዱ ቀብዱ። See the chapter |