Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Kana irratti warri kutaa biyyaa bulchan, warri mataa kutaa hojii irra jiran, abboonni biyyaa, warri gorsituun, warri horii baatan, abboonni firdii, warri seera eegsisan, warri kutaa biyyaa keessatti aboo qaban hundinuu eebba bifa fakkeenya Nebukadnezaar mootichi dhaabe irratti argamuudhaaf walitti qabaman; isaan kun bifa fakkeenyaa isa Nebukadnezaar dhaabe dura in dhaabatan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Kanaafuu eebba fakkii Nebukadnezar Mootichi dhaabe sanaa irratti argamuuf ilmaan moototaa, muudamoonni, bulchitoonni, gorsitoonni, itti gaafatamtoonni mankuusa qabeenyaa, abbootiin murtii hayyoonni seeraa biraatii fi qondaaltonni biyyaa hundi walitti qabamanii fuula fakkii sanaa dura dhadhaabatan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ከናፉ ኤበ ፈኪ ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤ ሰናረት አርገሙፍ እልማን ሞቶታ፣ ሙደሞን፣ ቡልችቶትን፣ ጎርስቶትን፣ እት ጋፈተምቶትን መንኩሰ ቀቤኛ፣ አቦቲን ሙርቲ ሀዮን ሴራ ብራቲፊ ቆንዳልቶትን ብያ ሁንድ ወልት ቀበመኒ ፉለ ፈኪ ሰና ዱረ ዸዻበተን።

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements