Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Ammas akka kanatti oolchuu kan danda'u Waaqayyo kan biraa waan hin jirreef, saba, gosa, afaan dubbatamu keessaa namni dubbii hin taane Waaqayyo isa kan Shaadraak, Meshaakii fi, Abed-Neegoo irratti dubbatu, harki isaa fi miilli isaa irraa ciramee, manni isaa diigamee tuullaa kosii ta'ee akka hafuuf, kunoo ani abboommii baaseera!>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Kanaafuu Waaqni akkasitti nama oolchu kan biraa Waaqa hin jirreef, ani akka uummanni saba kamii iyyuu yookaan afaan kamii iyyuu yoo Waaqa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo irratti waan hamaa dubbate kukkutamu, akka manni isaas tuullaa waan diigamee taʼu labseera.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 ከናፉ ዋቅን አከስት ነመ ኦልቹ ከን ብራ ዋን ህንጅሬፍ፣ አን አከ ኡመትን ሰበ ከሚዩ ዮካን አፋን ከሚዩ ዮ ዋቀ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎረት ዋን ሀማ ዱበቴ ኩኩተሙ፣ አከ መንሳስ ቱላ ዋን ዲገሜ ተኡ ለብሴረ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:29

Follow us:

Advertisements


Advertisements