Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Warri kutaa biyyaa bulchan, warri mataa kutaa hojii irra jiran, abboonni biyyaa, gurguddoonni mana mootummaa isaa, walitti dacha'anii, ibiddichi dhagna namoota kanaa irratti humna akka hin godhatin in argan; rifeensi mataa isaanii iyyuu hin ciincofne, uffanni isaaniis bifa hin geddaranne, fooliin ibiddaas isaan irra hin turre*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 ilmaan moototaa, muudamoonni, bulchitoonnii fi gorsitoonni mootii naannoo isaaniitti walitti qabaman. Isaanis akka ibiddi sun dhagna jaraa hin miidhin yookaan akka rifeensa mataa isaanii keessaa tokko iyyuu hin gubatin ni argan; wandaboon isaanii iyyuu homaa hin taane; fooliin ibiddaas isaan irra hin turre.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 እልማን ሞቶታ፣ ሙደሞን፣ ቡልችቶትኒፊ ጎርስቶትን ሞቲ ናኖሳኒት ወልት ቀበመን። እሳንስ አከ እብድ ሱን ዸግነ ጀራ ህንሚዽን ዮካን አከ ርፌንሰ መታሳኒ ኬሳ ቶኮዩ ህንጉበትን ንአርገን፤ ወንደቦንሳኒዩ ሆማ ህንታኔ፤ ፎሊን እብዳስ እሳንረ ህንቱሬ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:27

Follow us:

Advertisements


Advertisements