Daaniʼel 3:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Nebukadnezaar gara balbala iddoo ibiddi keessaa boba'uutti dhi'aatee,<<Shaadraak! Meshaak! Abed-Neegoo! Hojjetoota Waaqayyo isa hundumaa gara irraa jiruu, kottaa as ba'aa!>> jedhe; yommus Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon ibiddicha keessaa gad in ba'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Nebukadnezaris gara afaan boolla ibiddi keessaa bobaʼutti dhiʼaatee sagalee guddaadhaan, “Yaa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo, tajaajiltoota Waaqa Waan Hundaa Olii, kottaa baʼaa! As kottaa” jedhe. Akkasiin Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoon ibidda keessaa baʼan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ኔቡከድኔዘርስ ገረ አፋን ቦለ እብድ ኬሳ ቦበኡት ዽኣቴ ሰገሌ ጉዳዻን፣ “ያ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ፣ ተጃጅልቶተ ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ፣ ኮታ በኣ! አስ ኮታ” ጄዼ። አከሲን ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎን እብደ ኬሳ በአን፤ See the chapter |