Daaniʼel 3:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Innis itti dabalee,<<Ani garuu kunoo namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Innis, “Ilaa! Ani namoota ibidda keessa deddeebiʼan afur nan arga; isaanis hin hidhamne; hin miidhamnes; inni afuraffaan immoo ilma waaqotaa fakkaata” jedheen. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እንስ፣ “እላ! አን ነሞተ እብደ ኬሰ ዴዴብአን አፉር ነንአርገ፤ እሳንስ ህንህዸምኔ፤ ህንሚዸምኔስ፤ እን አፉረፋንሞ እልመ ዋቆታ ፈካተ” ጄዼን። See the chapter |