Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Ergasii Nebukadnezaar mootichi na'ee waan dinqifateef, sardamaa lafaa ka'ee,<<Namoonni sadii hidhamanii ibidda keessatti akka darbataman goone mitii ree?>> jedhee gurguddoota mana mootummaa isaa in gaafate; isaan immoo deebisanii mootichaan,<<Kana dhuguma gooneerra, yaa mootii!>> jedhaniin.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Nebukadnezar Mootichi dinqisiifachuudhaan utaalee kaʼee, “Namoonni nu hiinee ibiddatti darbanne sadii hin turree?” jedhee gorsitoota isaa gaafate. Isaanis, “Yaa Mootii, kun dhuguma” jedhanii deebisan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 ኔቡከድኔዘር ሞትች ድንቅሲፈቹዻን ኡታሌ ከኤ፣ “ነሞትን ኑ ሂኔ እብደት ደርበትኔ ሰዲ ህንቱሬ?” ጄዼ ጎርስቶተሳ ጋፈቴ። እሳንስ፣ “ያ ሞቲ፣ ኩን ዹጉመ” ጄዸኒ ዴብሰን።

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:24

Follow us:

Advertisements


Advertisements